WHAT WE DOAbout Us

Maqaa Dhaabbatichaa : Dhaabbata Tajaajilaa Bishaan Dhugaatii fi Dhangalaáa Baatuu-AdaamiiTulluu

BAtWSSSE (Batu-AdamiTullu Water Supply and Sewerage Services Enterprise)

Dh.Taj.B.Dhug.Dha.BAT (Dhaabbata Tajaajila Bishaan Dhugaatii fi Dhangalaáa Baatuu-AdaamiiTulluu )

የባቱ አዳሚ ቱሉ ከተማ ውሃና ፍሳሽ አገልግሎት ድርጅት

0123456789001234567890Baroota Tajaajilaa
012345678900123456789001234567890                     ,012345678900123456789001234567890                     +Uumataa Tajaajilamanii
0123456789001234567890                     +Gandoota
012345678900123456789001234567890                     +Baay'inna Hojjattoota Biirichaa

OUR MISSIONDh.Taj.B.Dhug.Dha.BAT (BATWSSSE )

Dhaabbatichii Boordiin kan buluu taée Hojii Geggeessaa fi itti aanaa Hojii Geggeessaa kan qabuuf isaan jelatti Ammoo Daayrekitoreetii baayinaan 9 fi hojji-geeggeesaa Damee lama ofijelattii kan qabatu dha.

MUL'ATA (VISION)
  • Dhaabbata Tajaajila Bishaan Dhugaatii fi Dhangala’aa Baatuu-Adaamii Tulluu uummannii magaalotaa fi Baadiyaa Ollaa Magaalotaa Jiraatan hundi faayyadamtoota bishaan qulqulluu ta’uu akkasumas lamii fayyaa qabeessaa ta’ee Omishaa fi Omishitummaa guddisee biyyaa jijjiiruu danda’e arguu dha
ERGAMA(MISSION)
  • Dhaabata Tajaajila Bishaan Dhugaatii fi Dhangala’aa Baatuu-Adaamii Tulluu humna bishaan amma jiru irratti hundaa’uun babalina magaalotaa fi Hawwaasa Baadiyaa Ollaa Magaalotaa Jiraatan fedhii maamilloota yeroodhaa gara yerootti dabalaa dhufuuf kenniinsaa tajaajila sadarkaa ol’aanatti foyyeessuun namni hundi fayyadamaa bishaan qulqulluu akka ta’u gochuudha.
CALL TODAY
+251 0931726757
E-MAIL
tinefikadu361@gmal.com
WAAJJIRA( OFFICE)
Naannoo Oromiyaa, Godinaa Arsii Lixaa , Aanaa Nageelle Arsii
https://bawssse.oromiawater.org/oaveejup/2024/01/photo_2024-01-12_14-10-37.jpg

Obbo Bantaa Waarii

Hojii Gaggeessaa Dhaabbatichaa
  • CAREER & EXPERIENCE
  • AWARDS & RECOGNITIONS

Enthusiastic, Results-oriented Manager with experiences on-boarding, developing, and motivating high-performance teams that consistently produce upwards the growth of the company.

Efficiently enable enabled sources and cost effective products. Completely synthesize principle-centered information after ethical communities. Efficiently innovate open-source infrastructures via inexpensive materials.

Featured Management Team Members

https://bawssse.oromiawater.org/oaveejup/2024/01/photo_2024-01-12_14-10-37.jpg

Obbo Bantaa Waarii

Hojii Gaggeessaa

https://bawssse.oromiawater.org/oaveejup/2024/01/photo_2024-01-12_14-09-41.jpg

Obbo Aanaa Muddee

Hoji-Gaggeessaa Damee

https://bawssse.oromiawater.org/oaveejup/2024/01/photo_2024-01-12_14-10-39.jpg

Obbo Seeyfuu Bundaaroo

Daayirektara BHNQ

https://bawssse.oromiawater.org/oaveejup/2024/01/photo_2024-01-12_14-09-58.jpg

Obbo Fiqaaduu Tinee

Daayirektara Karooraa Sagantaa Hordofii fi Gamaaggamaa

https://bawssse.oromiawater.org/oaveejup/2024/01/photo_2024-01-12_14-10-41.jpg

Obbo Berhaanuu Daanyaachoo

Daayirektara Bulchiinsaa Bittaa fi Faayinaansii

https://bawssse.oromiawater.org/oaveejup/2024/01/photo_2024-01-12_14-09-44.jpg

Obbo Mohammad Tibboo

Daayirecktara Galii

https://bawssse.oromiawater.org/oaveejup/2024/01/photo_2024-01-12_14-09-36.jpg

Obbo Jamaal Nugusee

Daayirektara Omishaa Bishaaniif Qulqulinnaa

https://bawssse.oromiawater.org/oaveejup/2024/01/photo_2024-01-12_14-09-48.jpg

Obbo Wandwasan Isheetuu

Daayirektara Oditii

https://bawssse.oromiawater.org/oaveejup/2024/01/photo_2024-01-12_14-09-53.jpg

Aadde Bareedduu Bohaarsaa

Daayireektara Dhimmaa Maamilaa fi Kominikeshiinii

https://bawssse.oromiawater.org/oaveejup/2024/01/photo_2024-01-12_14-10-06.jpg

Obbo Masfiin Abarraa

Daayirecktara Raabsaa Bishaan Dhugaatii

KENNA TAJAAJILAA KENNA TAJAAJILAA

Dh.Taj.B.Dhug.Dha.BAT (BATWSSSE)
https://bawssse.oromiawater.org/oaveejup/2024/01/batu-adamitulu-logo.png

Dhaabbata Tajaajilaa Bishaan Dhugaatii fi Dhangalaáa Baatuu-AdaamiiTulluu – BATWSSSE (Batu-AdamiTullu Water Supply and Sewerage Services Enterprise)

Connect with us
+251-464-41-24-97

Subscribe to out newsletter today to receive updates on the latest news, releases and special offers. We respect your privacy. Your information is safe.

    Copyright ©2024 – BAT-WSSSE. All rights reserved.                   | Powered by: OICT Solutions